软件介绍
Walaloon damee ogbarruu keessaa kan bo’oofi, ceesiisaan tolfamee qooqa miidhaginaaniifi yeedaloodhaan dhiyaatudha. Walaloo keessatti qooqa, suureessuu, malleen dubbii fi
jechoota fayyadamuun hiikkaa gabbata dabarsu. Walaloon miira kakaasuuf, ykn haalaafi seenaa dabarsuudhaaf ni gargaara. Walaloo yeroo baay'ee xiyyeeffannoo gaafachuun jalqabu.
Akka fakkeenya arman gadii kanatti jalqaba.
Yaa Mana Walaloo Walaleessaa
Kutaa Qabuu Kessaa
Gurraa Naf Ergisaa
Gurraa Qofaa Miti Afaanin Callisa

历史版本
- 05/17/2023: Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo 4.0
- 报告一个新版本
Free Download
二维码下载
- 软件名称: Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo
- 软件分类: 图书工具书
- APK名称: com.shegersoft.kuusaa_walaloo
- 最新版本: 4.0
- 支持ROM: 4.4及更高版本
- 软件大小 : 19.67 MB
- 更新日期: 2023-05-17